Yoonaas 2:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 akkana jedhe: “Dhiphina koo irraa kan kaʼe Yihowaa nan waammadhe; innis naaf deebise.+ Awwaala* gad fagoo* keessaa gargaarsaaf nan iyye.+ Atis sagalee koo ni dhageesse.
2 akkana jedhe: “Dhiphina koo irraa kan kaʼe Yihowaa nan waammadhe; innis naaf deebise.+ Awwaala* gad fagoo* keessaa gargaarsaaf nan iyye.+ Atis sagalee koo ni dhageesse.