2 Saamuʼel 7:16, 17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Manni kee fi mootummaan kee si duratti bara baraaf jabaatee ni jiraata; teessoon kees bara baraaf jabaatee ni dhaabbata.”’”+ 17 Naataan jechoota kana hundumaa fi guutummaa mulʼata kanaa Daawititti ni hime.+ Faarfannaa 41:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Amanamummaa kootiin kan kaʼe ol na qabda;+Bara baraaf of dura na jiraachista.+
16 Manni kee fi mootummaan kee si duratti bara baraaf jabaatee ni jiraata; teessoon kees bara baraaf jabaatee ni dhaabbata.”’”+ 17 Naataan jechoota kana hundumaa fi guutummaa mulʼata kanaa Daawititti ni hime.+