Faarfannaa 30:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Sababiin isaas, dheekkamsi isaa yeroo muraasaaf qofa tura,+Gaarummaan* isaa garuu bara baraaf tura.+ Galgala booʼichi dhufuu dandaʼa, ganama garuu ililchatu jira.+ Faarfannaa 100:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Sababiin isaas, Yihowaan gaarii dha;+Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf,Amanamummaan isaas dhaloota hundumaa keessatti jabaatee dhaabbata.+
5 Sababiin isaas, dheekkamsi isaa yeroo muraasaaf qofa tura,+Gaarummaan* isaa garuu bara baraaf tura.+ Galgala booʼichi dhufuu dandaʼa, ganama garuu ililchatu jira.+
5 Sababiin isaas, Yihowaan gaarii dha;+Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf,Amanamummaan isaas dhaloota hundumaa keessatti jabaatee dhaabbata.+