Faarfannaa 71:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Ati lubbuu koo waan oolchiteef,*+Yommuun faarfannaa galataa siif faarfadhu, afaan koo ni ililcha.+ Faarfannaa 135:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yihowaan gaarii waan taʼeef,+ Yaahiin jajadhaa. Kun kan nama gammachiisu waan taʼeef, maqaa isaatiif faarfannaa galataa faarfadhaa.*
23 Ati lubbuu koo waan oolchiteef,*+Yommuun faarfannaa galataa siif faarfadhu, afaan koo ni ililcha.+
3 Yihowaan gaarii waan taʼeef,+ Yaahiin jajadhaa. Kun kan nama gammachiisu waan taʼeef, maqaa isaatiif faarfannaa galataa faarfadhaa.*