Faarfannaa 63:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Gaʼee hunda caaluu fi filatamaa taʼeen waanan* quufeef,Afaan koo gammachuudhaan si jajata.+ Faarfannaa 104:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Umurii koo guutuu Yihowaa nan faarfadha;+Hamman lubbuudhaan jirutti Waaqa kootiif faarfannaa galataa nan faarfadha.*+
33 Umurii koo guutuu Yihowaa nan faarfadha;+Hamman lubbuudhaan jirutti Waaqa kootiif faarfannaa galataa nan faarfadha.*+