LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 14:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Ani Faraʼoon garaan isaa didaa akka taʼu nan heyyama;+ innis isaaniin ni ariʼa; anis Faraʼoonii fi guutummaa raayyaa waraanaa isaatti fayyadamee ofii kootiif ulfina nan argadha;+ warri Gibxiis ani Yihowaa taʼuu koo dhugumaan ni beeku.”+ Kanaafuu, isaan akkanuma ni godhan.

  • Iyyaasuu 2:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 sababiin isaas, yeroo isin biyya Gibxii keessaa baatanitti Yihowaan akkamitti bishaan Galaana Diimaa isin duratti akka gogse,+ akkasumas wanta isin mootota Amoorotaa lamaan Sihoonii+ fi Oog+ warra Yordaanos gamatti* guutummaatti balleessitan sana irratti gootan dhageenyeerra.

  • 2 Mootota 19:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Amma garuu yaa Waaqa keenya Yihowaa, mootummoonni lafa irraa hundi ati qofti Waaqa taʼuu kee akka beekaniif, maaloo yaa Yihowaa, harka isaa jalaa nu oolchi.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi