5 Ani Yihowaa dha, ana malee kan biraan hin jiru.
Ana malee Waaqni hin jiru.+
Ati na beekuu baattus sin jabeessa;
6 Kunis baha biiftuu irraa jalqabee hamma lixa biiftuutti
Ana malee kan biraan akka hin jirre+
Namoonni akka beekaniifi.
Ani Yihowaa dha, ana malee kan biraan hin jiru.+