Keessa Deebii 4:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Waaqni dhugaan Yihowaa taʼuu isaa akka beektaniif, wantoonni kun isinumatti argisiifamaniiru;+ isa malee kan biraan hin jiru.+ Keessa Deebii 4:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Kanaafuu, Yihowaan ol samii irrattis taʼe gad lafa irratti Waaqa dhugaa taʼuu isaa harʼa beeki; yaada keettis qabadhu.+ Isa malee kan biraan hin jiru.+ Keessa Deebii 32:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Amma ani isa taʼuu koo hubadhaa,+Ana malee waaqoliin kan biroon hin jiran.+ Ani nan ajjeesa, nan jiraachisas.+ Ani nan madeessa,+ nan fayyisas;+Harka koo keessaa oolchuu kan dandaʼu tokko illee hin jiru.+
35 Waaqni dhugaan Yihowaa taʼuu isaa akka beektaniif, wantoonni kun isinumatti argisiifamaniiru;+ isa malee kan biraan hin jiru.+
39 Kanaafuu, Yihowaan ol samii irrattis taʼe gad lafa irratti Waaqa dhugaa taʼuu isaa harʼa beeki; yaada keettis qabadhu.+ Isa malee kan biraan hin jiru.+
39 Amma ani isa taʼuu koo hubadhaa,+Ana malee waaqoliin kan biroon hin jiran.+ Ani nan ajjeesa, nan jiraachisas.+ Ani nan madeessa,+ nan fayyisas;+Harka koo keessaa oolchuu kan dandaʼu tokko illee hin jiru.+