- 
	                        
            
            Faarfannaa 102:15, 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
15 Saboonni maqaa Yihowaa,
Mootonni lafa irraa hundis ulfina kee ni sodaatu.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Isaayyaas 37:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
20 Amma garuu yaa Waaqa keenya Yihowaa, mootummoonni lafa irraa hundi ati qofti Waaqa taʼuu kee akka beekaniif, yaa Yihowaa, harka isaa jalaa nu oolchi.”+
 
 -