Keessa Deebii 32:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Qarsaan isaanii akka Qarsaa keenyaa miti,+Diinonni keenya illee kana hubataniiru.+ Keessa Deebii 32:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Amma ani isa taʼuu koo hubadhaa,+Ana malee waaqoliin kan biroon hin jiran.+ Ani nan ajjeesa, nan jiraachisas.+ Ani nan madeessa,+ nan fayyisas;+Harka koo keessaa oolchuu kan dandaʼu tokko illee hin jiru.+ Faarfannaa 83:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Ati inni maqaan kee Yihowaa taʼe,+Guutummaa lafaa irratti kophaa kee Isa Hundaa Olii+ taʼuu kee namoonni haa beekan. Faarfannaa 96:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Waaqoliin sabootaa hundi waaqolii gatii hin qabne dha,+Yihowaan garuu isa samiiwwan tolche dha.+
39 Amma ani isa taʼuu koo hubadhaa,+Ana malee waaqoliin kan biroon hin jiran.+ Ani nan ajjeesa, nan jiraachisas.+ Ani nan madeessa,+ nan fayyisas;+Harka koo keessaa oolchuu kan dandaʼu tokko illee hin jiru.+
18 Ati inni maqaan kee Yihowaa taʼe,+Guutummaa lafaa irratti kophaa kee Isa Hundaa Olii+ taʼuu kee namoonni haa beekan.