Isaayyaas 41:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Ani sii wajjin waanan jiruuf, hin sodaatin.+ Waaqa kee waanan taʼeef, hin dhiphatin.+ Ani sin jabeessa, eeyyee, sin gargaara,+Ani dhugumaan harka qajeelummaa koo isa mirgaatiin cimsee sin qaba.’
10 Ani sii wajjin waanan jiruuf, hin sodaatin.+ Waaqa kee waanan taʼeef, hin dhiphatin.+ Ani sin jabeessa, eeyyee, sin gargaara,+Ani dhugumaan harka qajeelummaa koo isa mirgaatiin cimsee sin qaba.’