-
Fakkeenya 12:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Namni hamaan cubbuu dubbateen ni qabama,+
Namni qajeelaan garuu dhiphina jalaa ni oola.
-
-
Fakkeenya 18:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Afaan nama gowwaa badiisa isatti fida,+
Arrabni isaas lubbuu isaatti kiyyoo taʼa.
-