-
1 Mootota 2:23, 24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Yeroo kanatti Solomoon Mootichi akkana jedhee maqaa Yihowaatiin kakate: “Adoniyaan kana waan gaafateef, inni lubbuu isaa yoo dhabuu baate, Waaqayyo adaba guddaa na haa adabu. 24 Ammas Yihowaa isa jiraataa, isa akkuma waadaa galetti jabeessee na dhaabe,+ teessoo abbaa koo Daawit irra na kaaʼee fi mana naaf ijaareen*+ nan kakadha, Adoniyaan harʼa ni ajjeefama.”+
-