-
Fakkeenya 26:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Namni boolla qotu ofuma isaatii keessatti kufa,
Namni dhagaa gangalchu hundis dhagaan sun isumatti deebiʼa.+
-
-
Isaayyaas 3:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Isa hamaadhaaf wayyoo!
Badiisni isa irra ni gaʼa,
Sababiin isaas, wanti harki isaa raawwate isa irrattis ni raawwatama!
-