-
Asteer 7:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Kanaafuu, isaan jirma inni Mordekaayiif qopheesse irratti Haamaaniin ni fannisan; aariin mootichaas ni qabbanaaʼe.
-
-
Faarfannaa 9:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Saboonni boolluma ofii isaaniitiin qotan keessa lixaniiru;
Miilli isaanii kiyyoo ofii isaaniitiin dhoksaniin qabameera.+
-
-
Lallaba 10:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Namni boolla qotu achi keessatti kufuu dandaʼa;+ namni dallaa dhagaa diigus bofaan hiddamuu dandaʼa.
-