-
Keessa Deebii 7:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 “Isin heerawwan kana yoo dhageessan, yoo isaan eegdanii fi yoo isaan raawwattan, Waaqni keessan Yihowaan kakuu kakatee fi jaalala amanamaa abbootii keessanitti argisiisuuf kakate ni eega.
-
-
Faarfannaa 84:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Yihowaan warra amanamummaadhaan deddeebiʼan,
Wanta gaarii tokko iyyuu hin dhowwatu.+
-