Isaayyaas 45:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Sababiin isaas, YihowaanInni Uumaa samiiwwanii+ fi Waaqa dhugaa taʼe,Inni lafa tolche, Uumaan ishii inni jabeessee ishii dhaabe,+Inni bakka jireenyaa akka taatuuf malee akkanumaan* ishii hin uumne+ akkana jedha: “Ani Yihowaa dha, ana malee kan biraan hin jiru. Maatewos 5:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 “Warri garraamiin+ gammadoo dha; isaan lafa ni dhaalu.+ Mulʼata 21:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yeroo kanatti sagalee guddaan tokko teessoo sana irraa akkana yommuu jedhu nan dhagaʼe: “Kunoo, dunkaanni Waaqayyoo namootaa wajjin jira; inni isaanii wajjin ni jiraata; isaanis saba isaa ni taʼu. Waaqayyos ofuma isaatii isaanii wajjin ni taʼa.+
18 Sababiin isaas, YihowaanInni Uumaa samiiwwanii+ fi Waaqa dhugaa taʼe,Inni lafa tolche, Uumaan ishii inni jabeessee ishii dhaabe,+Inni bakka jireenyaa akka taatuuf malee akkanumaan* ishii hin uumne+ akkana jedha: “Ani Yihowaa dha, ana malee kan biraan hin jiru.
3 Yeroo kanatti sagalee guddaan tokko teessoo sana irraa akkana yommuu jedhu nan dhagaʼe: “Kunoo, dunkaanni Waaqayyoo namootaa wajjin jira; inni isaanii wajjin ni jiraata; isaanis saba isaa ni taʼu. Waaqayyos ofuma isaatii isaanii wajjin ni taʼa.+