1 Ximotewos 6:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Yaa nama Waaqayyoo, ati garuu wantoota kana irraa baqadhu. Kanaa mannaa qajeelummaa, Waaqayyoof buluu, amantii, jaalala, jabaatanii dhaabbachuu fi garraamummaa+ hordofi. Tiitoo 3:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 kana malees, maqaa namootaa kan hin balleessine, lola kan hin jaallannee fi yaada ofiitti kan hin cichine,+ akkasumas namoota hundatti garraamummaa hundumaa kan argisiisan akka taʼan isaan yaadachiisi.+
11 Yaa nama Waaqayyoo, ati garuu wantoota kana irraa baqadhu. Kanaa mannaa qajeelummaa, Waaqayyoof buluu, amantii, jaalala, jabaatanii dhaabbachuu fi garraamummaa+ hordofi.
2 kana malees, maqaa namootaa kan hin balleessine, lola kan hin jaallannee fi yaada ofiitti kan hin cichine,+ akkasumas namoota hundatti garraamummaa hundumaa kan argisiisan akka taʼan isaan yaadachiisi.+