14 Isa hammina ulfaaʼe ilaali;
Inni rakkina garaatti baata, sobas ni dhala.+
15 Inni gad fageessee boolla ni qota,
Taʼus boolluma qote keessatti ni kufa.+
16 Rakkinni inni uume mataa isaa irratti ni deebiʼa;+
Hamminni isaas gubbee mataa isaa irratti ni buʼa.