LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Asteer 7:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Kanaafuu, isaan jirma inni Mordekaayiif qopheesse irratti Haamaaniin ni fannisan; aariin mootichaas ni qabbanaaʼe.

  • Faarfannaa 10:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Inni hamaan of tuulummaadhaan isa gargaarsa hin qabne ni ariʼa,+

      Taʼus inni maluma qopheesseen ni qabama.+

  • Faarfannaa 35:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Isaan sababii malee na qabuuf dhoksaatti saaphana diriirsaniiru;

      Sababii malees boolla naaf* qotaniiru.

       8 Akka tasaa balaan isaan irra haa gaʼu;

      Saaphanni isaan dhoksaatti kaaʼan isaan haa qabu;

      Isaan achi keessatti kufanii haa badan.+

  • Faarfannaa 57:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Isaan miila koo qabuuf saaphana qopheessaniiru;+

      Ani* dhiphinaan gad qabameera.+

      Isaan na duratti boolla qotaniiru,

      Taʼus isaanumatu achi keessatti kufe.+ (Seelaa)

  • Fakkeenya 26:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Namni boolla qotu ofuma isaatii keessatti kufa,

      Namni dhagaa gangalchu hundis dhagaan sun isumatti deebiʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi