LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 7:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Isa hammina ulfaaʼe ilaali;

      Inni rakkina garaatti baata, sobas ni dhala.+

  • Faarfannaa 7:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Rakkinni inni uume mataa isaa irratti ni deebiʼa;+

      Hamminni isaas gubbee mataa isaa irratti ni buʼa.

  • Faarfannaa 37:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Yihowaa duratti calluma jedhi,+

      Abdiidhaanis* isa eeggadhu.

      Nama mala haxxummaa isaa raawwachuu irratti

      Milkaaʼina argatutti hin aarin.+

  • Fakkeenya 5:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Namni hamaan balleessaa ofii isaatiin kiyyoo keessa gala,

      Wadaroo cubbuu isaatiinis ni qabama.+

  • Fakkeenya 26:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Namni boolla qotu ofuma isaatii keessatti kufa,

      Namni dhagaa gangalchu hundis dhagaan sun isumatti deebiʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi