Faarfannaa 58:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Namni qajeelaan Waaqayyo yommuu haaloo baʼu waan arguuf ni gammada;+Miilli isaas dhiiga isa hamaatiin ni jiidha.+ Faarfannaa 68:2, 3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Akkuma aarri badutti, ariʼii isaan balleessi;Akkuma gagaan ibidda duratti baqutti,Hamoonnis Waaqayyo duraa haa badan.+ 3 Qajeelonni garuu haa gammadan;+Isaan Waaqayyo duratti baayʼee haa gammadan;Gammachuudhaanis haa ililchan.
10 Namni qajeelaan Waaqayyo yommuu haaloo baʼu waan arguuf ni gammada;+Miilli isaas dhiiga isa hamaatiin ni jiidha.+
2 Akkuma aarri badutti, ariʼii isaan balleessi;Akkuma gagaan ibidda duratti baqutti,Hamoonnis Waaqayyo duraa haa badan.+ 3 Qajeelonni garuu haa gammadan;+Isaan Waaqayyo duratti baayʼee haa gammadan;Gammachuudhaanis haa ililchan.