LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 52:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Waaqayyo siʼa tokkicha yeroo hundumaatiif kan si balleessu kanaafi;+

      Inni butee dunkaana kee keessaa si baasa;+

      Biyya namoota jiraatoo keessaas si buqqisa.+ (Seelaa)

       6 Qajeelonni kana arganii ni sodaatu,+

      Isattis ni kolfu.+

  • Faarfannaa 64:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Namni qajeelaan Yihowaatti ni gammada, isattis kooluu ni gala;+

      Warri garaa qajeelaa qaban hundi ni gammadu.*

  • Hisqiʼel 25:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Adaba cimaa taʼeen akka malee isaan irratti haaloo nan baʼa; yommuun isaan irratti haaloo baʼus ani Yihowaa taʼuu koo dhugumaan ni hubatu.”’”

  • Mulʼata 18:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 “Yaa samii, wanta ishii irra gaʼetti gammadi!+ Isin qulqulloonni,+ ergamoonnii fi raajonnis gammadaa! Sababiin isaas, Waaqayyo isiniif jedhee murtii isaa ishii irratti dabarseera.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi