Ermiyaas 51:48 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 48 Warri badiisa geessisan kaaba irraa waan ishiitti dhufaniif,+Samiiwwanii fi lafti, wantoonni isaan keessa jiran hundisYommuu Baabilon kuftu ni ililchu”+ jedha Yihowaan.
48 Warri badiisa geessisan kaaba irraa waan ishiitti dhufaniif,+Samiiwwanii fi lafti, wantoonni isaan keessa jiran hundisYommuu Baabilon kuftu ni ililchu”+ jedha Yihowaan.