Isaayyaas 44:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yihowaan tarkaanfii waan fudhateef,Isin samiiwwan ililchaa! Isin iddoowwan gad fagoon lafaas ililchaa! Isin gaaronni,Ati bosonnii fi mukeetiin kee hundis ililchaa!+ Sababiin isaas, Yihowaan Yaaqoobiin fureera,Ulfina isaas Israaʼel irratti argisiiseera.”+ Isaayyaas 48:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Baabilon keessaa baʼaa!+ Kaladoota jalaas baqadhaa! Ililchuudhaan kana beeksisaa! Labsaa!+ Hamma andaara lafaatti beeksisaa.+ Akkana jedhaa: “Yihowaan tajaajilaa isaa Yaaqoobiin fureera.+ Isaayyaas 49:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Isin samiiwwan ililchaa, atis yaa lafaa gammadi.+ Gaaronni ililchuudhaan haa gammadan.+ Sababiin isaas, Yihowaan saba isaa jajjabeesseera,+Namoota isaa warra cunqurfamanittis gara laafina ni argisiisa.+ Mulʼata 18:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 “Yaa samii, wanta ishii irra gaʼetti gammadi!+ Isin qulqulloonni,+ ergamoonnii fi raajonnis gammadaa! Sababiin isaas, Waaqayyo isiniif jedhee murtii isaa ishii irratti dabarseera.”+
23 Yihowaan tarkaanfii waan fudhateef,Isin samiiwwan ililchaa! Isin iddoowwan gad fagoon lafaas ililchaa! Isin gaaronni,Ati bosonnii fi mukeetiin kee hundis ililchaa!+ Sababiin isaas, Yihowaan Yaaqoobiin fureera,Ulfina isaas Israaʼel irratti argisiiseera.”+
20 Baabilon keessaa baʼaa!+ Kaladoota jalaas baqadhaa! Ililchuudhaan kana beeksisaa! Labsaa!+ Hamma andaara lafaatti beeksisaa.+ Akkana jedhaa: “Yihowaan tajaajilaa isaa Yaaqoobiin fureera.+
13 Isin samiiwwan ililchaa, atis yaa lafaa gammadi.+ Gaaronni ililchuudhaan haa gammadan.+ Sababiin isaas, Yihowaan saba isaa jajjabeesseera,+Namoota isaa warra cunqurfamanittis gara laafina ni argisiisa.+
20 “Yaa samii, wanta ishii irra gaʼetti gammadi!+ Isin qulqulloonni,+ ergamoonnii fi raajonnis gammadaa! Sababiin isaas, Waaqayyo isiniif jedhee murtii isaa ishii irratti dabarseera.”+