Isaayyaas 49:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Isin samiiwwan ililchaa, atis yaa lafaa gammadi.+ Gaaronni ililchuudhaan haa gammadan.+ Sababiin isaas, Yihowaan saba isaa jajjabeesseera,+Namoota isaa warra cunqurfamanittis gara laafina ni argisiisa.+ Isaayyaas 55:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Isin gammachuudhaan gad ni baatu,+Nagaadhaanis ni deebifamtu.+ Gaaronnii fi tabbawwan isin duratti gammachuudhaan ni ililchu,+Mukeetiin dirree hundis harka isaanii walitti ni rukutu.+
13 Isin samiiwwan ililchaa, atis yaa lafaa gammadi.+ Gaaronni ililchuudhaan haa gammadan.+ Sababiin isaas, Yihowaan saba isaa jajjabeesseera,+Namoota isaa warra cunqurfamanittis gara laafina ni argisiisa.+
12 Isin gammachuudhaan gad ni baatu,+Nagaadhaanis ni deebifamtu.+ Gaaronnii fi tabbawwan isin duratti gammachuudhaan ni ililchu,+Mukeetiin dirree hundis harka isaanii walitti ni rukutu.+