Faarfannaa 116:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Saba isaa hundumaa durattis+Wareega koo Yihowaadhaaf nan raawwadha.+ Lallaba 5:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Inni gowwootatti waan hin gammanneef,+ yeroo Waaqayyoof wareega wareegdu hundumaatti wareega kee utuu hin turin raawwadhu.+ Wanta wareegde raawwadhu.+
4 Inni gowwootatti waan hin gammanneef,+ yeroo Waaqayyoof wareega wareegdu hundumaatti wareega kee utuu hin turin raawwadhu.+ Wanta wareegde raawwadhu.+