Faarfannaa 12:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yihowaan, “Warri miidhaman waan cunqurfamaniif,Warri hiyyeeyyiinis waan aadaniif,+Tarkaanfii fudhachuuf nan kaʼa. Warra isaan tuffatan* jalaas isaan nan oolcha” jedheera. Faarfannaa 72:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Inni warra rakkatoo sabicha gidduutti argamaniif haa falmu,*Ilmaan hiyyeessaa haa oolchu,Isa gowwoomsaa raawwatus haa caccabsu.+
5 Yihowaan, “Warri miidhaman waan cunqurfamaniif,Warri hiyyeeyyiinis waan aadaniif,+Tarkaanfii fudhachuuf nan kaʼa. Warra isaan tuffatan* jalaas isaan nan oolcha” jedheera.
4 Inni warra rakkatoo sabicha gidduutti argamaniif haa falmu,*Ilmaan hiyyeessaa haa oolchu,Isa gowwoomsaa raawwatus haa caccabsu.+