LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 89:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Ati galaana jeeqamu ni toʼatta;+

      Yommuu dambaliiwwan isaa jeeqaman, cal isaan jechisiista.+

  • Faarfannaa 107:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Bubbee sana cal jechisiisa;

      Dambaliiwwan galaanichaas ni callisu.+

  • Isaayyaas 17:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Ilaa, jeequmsi namoota hedduu,

      Warra akkuma galaanotaatti jeeqamanii ni dhagaʼama!

      Wacni sabootaa,

      Warri sagaleen isaanii akkuma huursaa bishaanota jajjaboo taʼee ni dhagaʼama!

      13 Saboonni sagalee akkuma huursaa bishaanota hedduu taʼee ni dhageessisu.

      Inni isaan ni ifata, isaanis gara bakka fagootti ni baqatu;

      Akkuma habaqii gaarota irra jiruu fi bubbeen ariʼuu,

      Akkuma sokorruu bubbeen gaggaragalchaa fudhatuus ni taʼu.

  • Isaayyaas 57:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 “Hamoonni garuu akkuma galaana gabii hin qabnee fi cal jechuu hin dandeenyee ti,

      Bishaanonni isaas biqiltuu galaanaa fi dhoqqee ol ni baasu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi