-
Faarfannaa 65:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Galaanota jeeqaman,
Dhaʼaa dambalii isaanii fi jeequmsa sabootaa cal jechisiista.+
-
-
Faarfannaa 107:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Bubbee sana cal jechisiisa;
Dambaliiwwan galaanichaas ni callisu.+
-