Isaayyaas 30:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Innis sanyii ati lafa irratti facaasteef bokkaa siif ni roobsa;+ nyaanni lafattii irraa argamus hedduu fi baʼeessa* ni taʼa.+ Guyyaa sanatti horiin kee iddoo dheedichaa balʼaa taʼe keessa ni dheedu.+
23 Innis sanyii ati lafa irratti facaasteef bokkaa siif ni roobsa;+ nyaanni lafattii irraa argamus hedduu fi baʼeessa* ni taʼa.+ Guyyaa sanatti horiin kee iddoo dheedichaa balʼaa taʼe keessa ni dheedu.+