Faarfannaa 34:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Inni rakkataan kun ni iyyate, Yihowaanis ni dhagaʼe. Dhiphina isaa hundumaa jalaas isa oolche.+ Faarfannaa 65:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yaa isa kadhannaa namaa dhageessuu, namoonni gosa* hundumaa gara kee ni dhufu.+ Faarfannaa 116:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 116 Sagalee koo, kadhatan gargaarsa argachuuf dhiheessus waan dhagaʼuuf,+Ani Yihowaa nan jaalladha.* 1 Yohaannis 3:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 ajajawwan isaa waan eegnuu fi wanta isa gammachiisu waan hojjennuuf, wanta isa gaafannu kam iyyuu isa irraa ni arganna.+
22 ajajawwan isaa waan eegnuu fi wanta isa gammachiisu waan hojjennuuf, wanta isa gaafannu kam iyyuu isa irraa ni arganna.+