LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 19:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yihowaan ibidda keessaan achi irratti waan buʼeef, guutummaan Gaara Siinaa ni aare;+ aarri isaas akkuma aara iddoo ibiddaa* keessaa baʼuu ol ni baʼa ture; guutummaan gaarichaas akka malee sochoʼa ture.+

  • Abbootii Murtii 5:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Yaa Yihowaa, yommuu ati Seʼiirii+ baatetti,

      Yommuu ati naannoo Edoom keessaa baatee duultetti,

      Lafti ni sochoote, samiiwwan bishaan ni dhangalaasan,

      Duumessoonnis bishaan gad naqan.

       5 Gaaronni fuula Yihowaa duratti ni baqan,*+

      Siinaan illee fuula Yihowaa Waaqa Israaʼel+ duratti ni baqe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi