2 Gaarri Xiyoon ishiin karaa kaabaatiin fagaattee argamtu,
Magaalaan Mootii isa Guddaas,+
Ol kaʼiinsa ishiitiin miidhagduu dha, ishiin gammachuu guutummaa lafaa ti.+
3 Waaqayyo masaraawwan ishii warra ciccimoo taʼan keessatti,
Iddoo amansiisaa kooluu itti galan taʼuu isaa beeksiseera.+