-
Keessa Deebii 7:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 “Waaqni kee Yihowaan saba kana suutuma suuta si duraa ni ariʼa.+ Bineensonni bosonaa si irratti akka wal hin horreef, ati daftee akka isaan balleessitu siif hin heyyamamu.
-