-
Hisqiʼel 18:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 “‘Namni qajeelaan qajeelummaa raawwachuu isaa dhiisee balleessaa yoo raawwate, kanaan kan kaʼes yoo duʼe, inni kan duʼu balleessaa ofii isaatiin kan kaʼe dha.
-