1 Seenaa Baraa 15:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Achiis Daawitii fi jaarsoliin Israaʼel, akkasumas ajajjoonni kumaa taabota kakuu Yihowaa mana Obeed Edoomii+ fiduuf gammachuudhaan ni deeman.+ 1 Seenaa Baraa 15:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Israaʼelonni hundi ililchuudhaan,+ sagalee xurumbaatiin,* sagalee malakataatiin,+ sagalee siimbaaliitiin, akkasumas meeshaa muuziqaa ribuu qabuu fi baganaa+ sagalee isaa guddisanii taphachuudhaan taabota kakuu Yihowaa fidaa turan. Faarfannaa 24:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Isin karroonni mataa keessan ol qabaa;+Mootiin ulfina qabeessi akka seenuuf,Isin balbaloonni bara durii banamaa!*+
25 Achiis Daawitii fi jaarsoliin Israaʼel, akkasumas ajajjoonni kumaa taabota kakuu Yihowaa mana Obeed Edoomii+ fiduuf gammachuudhaan ni deeman.+
28 Israaʼelonni hundi ililchuudhaan,+ sagalee xurumbaatiin,* sagalee malakataatiin,+ sagalee siimbaaliitiin, akkasumas meeshaa muuziqaa ribuu qabuu fi baganaa+ sagalee isaa guddisanii taphachuudhaan taabota kakuu Yihowaa fidaa turan.
7 Isin karroonni mataa keessan ol qabaa;+Mootiin ulfina qabeessi akka seenuuf,Isin balbaloonni bara durii banamaa!*+