-
Abbootii Murtii 11:34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Dhuma irrattis, Yiftaan gara mana isaa isa Misphaatti+ argamuutti ni deebiʼe; kunoo, yeroo kanatti intalli isaa isa simachuuf dibbee rukutaa fi shubbisaa mana keessaa gad baate! Ishiin intala isaa ishii takkittii turte. Inni ishii malee ilmas taʼe intala kan biraa hin qabu ture.
-