-
Faarfannaa 144:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Gubbaadhaa harka kee diriirsi;
Bishaanota jeeqaman jalaa,
Harka* namoota biyya ormaa jalaa na oolchi, na baraaris;+
-
Faaruu Ermiyaas 3:54Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
54 Bishaan mataa koo irra yaaʼeera, anis “Naa dhume!” nan jedhe.
-
-
Yoonaas 2:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Aramaan galaana keessaa mataa kootti marame.
-
-
-