2 Saamuʼel 22:17, 18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Bakka ol kaʼaa irraa harka isaa diriirse;Inni na qabee bishaanota gad fagoo keessaa harkisee na baase.+ 18 Diina koo isa cimaa jalaa,Namoota na jibban, warra na caalaa ciccimoo taʼan jalaas na oolche.+ Faarfannaa 18:16, 17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Bakka ol kaʼaa irraa harka isaa diriirse;Inni na qabee bishaanota gad fagoo keessaa harkisee na baase.+ 17 Diina koo isa cimaa jalaa,Namoota na jibban, warra na caalaa ciccimoo taʼan jalaas na oolche.+ Faarfannaa 54:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Sababiin isaas, namoonni orma taʼan na irratti kaʼaniiru,Namoonni gara jabeeyyii taʼanis lubbuu koo balleessuu barbaadu.+ Isaan Waaqayyoof ulfina hin kennan.*+ (Seelaa)
17 Bakka ol kaʼaa irraa harka isaa diriirse;Inni na qabee bishaanota gad fagoo keessaa harkisee na baase.+ 18 Diina koo isa cimaa jalaa,Namoota na jibban, warra na caalaa ciccimoo taʼan jalaas na oolche.+
16 Bakka ol kaʼaa irraa harka isaa diriirse;Inni na qabee bishaanota gad fagoo keessaa harkisee na baase.+ 17 Diina koo isa cimaa jalaa,Namoota na jibban, warra na caalaa ciccimoo taʼan jalaas na oolche.+
3 Sababiin isaas, namoonni orma taʼan na irratti kaʼaniiru,Namoonni gara jabeeyyii taʼanis lubbuu koo balleessuu barbaadu.+ Isaan Waaqayyoof ulfina hin kennan.*+ (Seelaa)