Faarfannaa 18:16-19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Bakka ol kaʼaa irraa harka isaa diriirse;Inni na qabee bishaanota gad fagoo keessaa harkisee na baase.+ 17 Diina koo isa cimaa jalaa,Namoota na jibban, warra na caalaa ciccimoo taʼan jalaas na oolche.+ 18 Isaan guyyaa rakkina kootti natti dhufan,+Yihowaan garuu na gargaare. 19 Inni gara bakka balaa irraa walaba* taʼeetti na geesse;Waan natti gammadeefis na oolche.+ Faarfannaa 124:2-4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Yihowaan utuu nuu wajjin taʼuu baatee,+Yeroo namoonni nu haleeluuf nu irratti kaʼanitti,+ 3 Yommuu aariin isaanii nu irratti bobaʼetti,+Silaa jiraatti nu liqimsu turan.+ 4 Silaa bishaanonni nu haranii deemu turan,Lolaanis nu* irra yaaʼa ture.+ Faarfannaa 144:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Gubbaadhaa harka kee diriirsi;Bishaanota jeeqaman jalaa,Harka* namoota biyya ormaa jalaa na oolchi, na baraaris;+
16 Bakka ol kaʼaa irraa harka isaa diriirse;Inni na qabee bishaanota gad fagoo keessaa harkisee na baase.+ 17 Diina koo isa cimaa jalaa,Namoota na jibban, warra na caalaa ciccimoo taʼan jalaas na oolche.+ 18 Isaan guyyaa rakkina kootti natti dhufan,+Yihowaan garuu na gargaare. 19 Inni gara bakka balaa irraa walaba* taʼeetti na geesse;Waan natti gammadeefis na oolche.+
2 “Yihowaan utuu nuu wajjin taʼuu baatee,+Yeroo namoonni nu haleeluuf nu irratti kaʼanitti,+ 3 Yommuu aariin isaanii nu irratti bobaʼetti,+Silaa jiraatti nu liqimsu turan.+ 4 Silaa bishaanonni nu haranii deemu turan,Lolaanis nu* irra yaaʼa ture.+
7 Gubbaadhaa harka kee diriirsi;Bishaanota jeeqaman jalaa,Harka* namoota biyya ormaa jalaa na oolchi, na baraaris;+