Faarfannaa 3:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yaa Yihowaa, diinonni koo akkanatti hedduu kan taʼan,+Namoonni baayʼeenis ana irratti kan kaʼan maaliifi?+ Faarfannaa 22:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Saroonni natti marsan;+Akkuma tuuta jalʼootaatti balbala natti cufan,+Akkuma leencaattis harka koo fi miila koo ciniinaa jiru.+
3 Yaa Yihowaa, diinonni koo akkanatti hedduu kan taʼan,+Namoonni baayʼeenis ana irratti kan kaʼan maaliifi?+
16 Saroonni natti marsan;+Akkuma tuuta jalʼootaatti balbala natti cufan,+Akkuma leencaattis harka koo fi miila koo ciniinaa jiru.+