2 Saamuʼel 12:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Yihowaan akkana jedha: ‘Kunoo, ani manuma kee keessaa rakkina sitti nan fida;+ ijuma kee duratti haadhotii manaa kee fuudhee nama kan biraatiif nan kenna;+ innis guyyuma saafaa* haadhotii manaa kee wajjin ni ciisa.+
11 Yihowaan akkana jedha: ‘Kunoo, ani manuma kee keessaa rakkina sitti nan fida;+ ijuma kee duratti haadhotii manaa kee fuudhee nama kan biraatiif nan kenna;+ innis guyyuma saafaa* haadhotii manaa kee wajjin ni ciisa.+