LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 21:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 bakka ijaa ija, bakka ilkaanii ilkaan, bakka harkaa harka, bakka miilaa miila,+

  • Iyyoob 31:9-11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Garaan koo dubartiidhaan gowwoomfameera yoo taʼe,+

      Anis balbala ollaa koo irratti riphee eeggadheera yoon taʼe,+

      10 Haati manaa too nama kan biraadhaaf midhaan haa daaktu,

      Namoonni kaanis ishii wajjin haa ciisan.*+

      11 Sababiin isaas, kun gocha qaanessaa,

      Balleessaa abbootii murtiitiin nama adabsiisu dha.+

  • Iyyoob 34:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Sababiin isaas, inni namaaf akka hojii isaatti ni deebisa,+

      Miidhaa daandii isaatiin kan kaʼe dhufus isuma irratti ni deebisa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi