Iyyoob 31:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 “Ani ija koo wajjin kakuu galeera.+ Akkamittan durbaaf xiyyeeffannaa sirrii hin taane kenna ree?+ Maatewos 5:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Ani garuu isinitti nan hima, namni hamma fedhiin isaa kakaʼutti dubartii takka ilaaluu+ isaa itti fufu hundi garaa isaatti ishii wajjin ejja raawwateera.+
28 Ani garuu isinitti nan hima, namni hamma fedhiin isaa kakaʼutti dubartii takka ilaaluu+ isaa itti fufu hundi garaa isaatti ishii wajjin ejja raawwateera.+