Iyyoob 31:9, 10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Garaan koo dubartiidhaan gowwoomfameera yoo taʼe,+Anis balbala ollaa koo irratti riphee eeggadheera yoon taʼe,+10 Haati manaa too nama kan biraadhaaf midhaan haa daaktu,Namoonni kaanis ishii wajjin haa ciisan.*+
9 Garaan koo dubartiidhaan gowwoomfameera yoo taʼe,+Anis balbala ollaa koo irratti riphee eeggadheera yoon taʼe,+10 Haati manaa too nama kan biraadhaaf midhaan haa daaktu,Namoonni kaanis ishii wajjin haa ciisan.*+