LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 12:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Ati wanta ija isaa duratti hamaa taʼe gochuudhaan dubbii Yihowaa kan tuffatte maaliifi? Uuriyaa Heeticha goraadeedhaan ni ajjeeste!+ Goraadee Amoonotaatiin erga isa ajjeestee+ booda haadha manaa isaa fudhattee haadha manaa godhatte.+

  • 2 Saamuʼel 12:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yihowaan akkana jedha: ‘Kunoo, ani manuma kee keessaa rakkina sitti nan fida;+ ijuma kee duratti haadhotii manaa kee fuudhee nama kan biraatiif nan kenna;+ innis guyyuma saafaa* haadhotii manaa kee wajjin ni ciisa.+

  • Ermiyaas 8:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Kanaafuu, ani haadhotii manaa isaanii dhiirota kan birootiif,

      Maasiiwwan isaaniis namoota kan birootiif nan kenna;+

      Sababiin isaas, isa xinnaadhaa hamma isa guddaatti, tokkoon tokkoon isaanii buʼaa sirrii hin taane argachuuf yaalu;+

      Raajicha irraa hamma lubichaatti, tokkoon tokkoon isaanii gowwoomsaa raawwatu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi