Isaayyaas 56:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Isaan saroota fedhii nyaataa guddaa* qabani dha;Matumaas hin quufan. Isaan tiksitoota hubannaa hin qabne dha.+ Hundi isaanii karaa mataa mataa isaanii deemaniiru;Tokkoon tokkoon isaanii buʼaa sirrii hin taane argachuu barbaadu, akkanas ni jedhu: Hisqiʼel 33:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Isaan akka saba kootti si dura taaʼuuf gara keetti ni yaaʼu; dubbii kee ni dhagaʼu, garuu hin raawwatan.+ Sababiin isaas, isaan afaan isaaniitiin sobanii si jaju;* garaan isaanii garuu buʼaa sirrii hin taane argachuuf hawwa. Miikiyaas 3:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Geggeessitoonni* ishii mattaʼaadhaan murtii kennu,+Luboonni ishii gatiidhaan barsiisu,+Raajonni ishiis maallaqaan* hooda dubbatu.+ Taʼus, “Yihowaan nuu wajjin jira mitii?+ Badiisni nutti hin dhufu”+ Jedhanii Yihowaatti amanamu.*
11 Isaan saroota fedhii nyaataa guddaa* qabani dha;Matumaas hin quufan. Isaan tiksitoota hubannaa hin qabne dha.+ Hundi isaanii karaa mataa mataa isaanii deemaniiru;Tokkoon tokkoon isaanii buʼaa sirrii hin taane argachuu barbaadu, akkanas ni jedhu:
31 Isaan akka saba kootti si dura taaʼuuf gara keetti ni yaaʼu; dubbii kee ni dhagaʼu, garuu hin raawwatan.+ Sababiin isaas, isaan afaan isaaniitiin sobanii si jaju;* garaan isaanii garuu buʼaa sirrii hin taane argachuuf hawwa.
11 Geggeessitoonni* ishii mattaʼaadhaan murtii kennu,+Luboonni ishii gatiidhaan barsiisu,+Raajonni ishiis maallaqaan* hooda dubbatu.+ Taʼus, “Yihowaan nuu wajjin jira mitii?+ Badiisni nutti hin dhufu”+ Jedhanii Yihowaatti amanamu.*