Keessa Deebii 28:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Ati durba takka ni kaadhimatta, garuu namni kan biraan ishii gudeeda. Mana ni ijaarratta, garuu keessa hin jiraattu.+ Muka wayinii ni dhaabbatta, garuu itti hin fayyadamtu.+ Sefaaniyaa 1:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Qabeenyi isaanii ni saamama, manneen isaaniis ni balleeffamu.+ Isaan manneen ni ijaarratu, garuu keessa hin jiraatan;Mukeetii wayinii ni dhaabu, garuu daadhii wayinii hin dhugan.+
30 Ati durba takka ni kaadhimatta, garuu namni kan biraan ishii gudeeda. Mana ni ijaarratta, garuu keessa hin jiraattu.+ Muka wayinii ni dhaabbatta, garuu itti hin fayyadamtu.+
13 Qabeenyi isaanii ni saamama, manneen isaaniis ni balleeffamu.+ Isaan manneen ni ijaarratu, garuu keessa hin jiraatan;Mukeetii wayinii ni dhaabu, garuu daadhii wayinii hin dhugan.+