LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 22:17-20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Bakka ol kaʼaa irraa harka isaa diriirse;

      Inni na qabee bishaanota gad fagoo keessaa harkisee na baase.+

      18 Diina koo isa cimaa jalaa,

      Namoota na jibban, warra na caalaa ciccimoo taʼan jalaas na oolche.+

      19 Isaan guyyaa rakkina kootti natti dhufan,+

      Yihowaan garuu na gargaare.

      20 Inni gara bakka balaa irraa walaba* taʼetti na geesse;+

      Waan natti gammadeefis na oolche.+

  • Faarfannaa 124:2-4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 “Yihowaan utuu nuu wajjin taʼuu baatee,+

      Yeroo namoonni nu haleeluuf nu irratti kaʼanitti,+

       3 Yommuu aariin isaanii nu irratti bobaʼetti,+

      Silaa jiraatti nu liqimsu turan.+

       4 Silaa bishaanonni nu haranii deemu turan,

      Lolaanis nu* irra yaaʼa ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi